^
Isaayaasii Raagichaa
Waaqi Kolbaa Ifii Xixe
Qachaa Cubbu'uun Guutame
Nageya Bara baraa
Guyyaa Mootii Waan Maraa
Muraa Yerusaalemii Fi Yihudaa Irratti Dhufu'uu Jirtu
Mootiin Waan Maraa Kolbaa Ifiititti Hin mura
Ifi Eeggachiisa Dubartoota Yerusaalemiitiif Kenname
Adde'etti Deebi'iisa Yerusaalemii
Faaruu Marroo Oorruu Muka Woyni'ii
Hammeenna Kolba'aa
Waamamiisa Isaayaasii
Ergaa Mooticha Ahaaziif Dhutte
Beessisa Marroo Amaanu'elii
Ilmi Isaayaasii Kolba'aaf Beessisa Te'iisa
Dhufa Mooticha Asoorii
Mootiin Waan Maraa Raagicha Ifi Eeggachisiise
Yennaa Rakko'oo
Mooticha Nageyaa Ka Dhufu'uu Jiru
Mootiin Waan Maraa Kolbaa Israa'elii Hin Adaba
Waaqi Worra Asoorii Hin Adaba
Israa'eloota Baraaree Hafane
Mootiin Waan Maraa Asoor Hin adaba
Balaa Worri Asoorii Buuse
Mootummaa Nageyaa
Kolbaan Booji'ante Hin Deebiti
Faaruu Leellisaa
Waaqi Baabilon Hin Adaba
Kolbaan Israa'elii Boojuu Irraa Hin Deebiti
Mootiin Baabilonii Hin Jiga
Waaqi Worra Baabilonii Hin Balleessa
Waaqi Worra Asoorii Hin Balleessa
Waaqi Worra Filisxeemotaa Hin Balleessa.
Ergaa Marroo Mo'aabii
Addii Dhabiisa Mo'aabii
Ergaa Marroo Damaasqo'oo
Ergaa Marroo Itoophiya'aa
Ergaa Marroo Gibxi'ii
Worri Gibxi'ii Mootii Waan Maraa Hin Waaqonfatan
Ergaa Marroo Biyya Gibxi'iitii Fi Biyya Itoophiya'aa
Ergaa Marroo Jinnana Baabilonii
Ergaa Marroo Edoomii
Ergaa Marroo Arabaa
Raaga Marroo Yerusaalemii
Waaqi Shebnaa Ifi Eeggachiise
Raaga Marroo Xiiroosii
Mootiin Waan Maraa Biyya Lafaa Hin Adaba
Faaruu Leellisaa
Areertii Waaqi Qopheesse
Waaqi Mo'aab Hin Adaba
Faaruu Injifacha'aa
Mura'aa Fi Boojuu Irraa Deebi'iisa
Efreemiif Aanne'e
Isaayaasii Fi Raagota Yihuda'aa Machoottuu
Dhakaa Roga Qaccee Ijaarsaa Ka Xiyoonii
Qarummaa Waaqaa
Qachaa Yerusaalemiitiif Aanne'e
Adabbii Ajaja Waaqaa Tuffatiis Fiddu
Addii Gara Duraa
Kolbaa Mataa Jabaatuuf Aanne'e
Kolbaa Hin ajajanne
Waaqi Kolbaa Ifii Hin eebbisa
Waaqi Asoor Hin adaba
Worra Gibxi'itti Addatuuf Aanne'e
Mootummaa Balchumma'aa
Dubartoota Yerusaalemii
Qarqaarsa Dhaggatiisaaf Daadimachuu
Mootii Waan Maraa Diinota Ifii Ifi Eeggachiise
Ulfinna Gara Duraa Dhufu
Muraa Gosa Biyya Adda Addaa Irratti Murantu
Gammada Worra Wodamee
Senaaheriib Yerusaalemitti Duule
Hisqiyaas Akka Isaayaas Isa Gorsu Gaafate
Senaaheriib Ammalle Mooticha Yihuda'aatitti Roorrise
Daadimata Hisqiyaasii
Ergaa Isaayaas Mooticha Hisqiyaasitti Erge
Hisqiyaas Dhibamee Fayye
Ergantoota Baabilon Irraa Dhutte
Jecha Addi'ii
Ka Waaqaan Wol Qixxowu Eennu
Waaqi Israa'el Hin Qarqaara
Mootiin Waan Maraa waaqota dharaa Hin Morma
Tajaajilaa Mootii Waan Maraa
Faaruu Leellisaa
Israa'el Mootii Waan Maraa Caqasuu Didde
Waaqi Kolbaa Ifii Hin Woda
Israa'el Dhugaa Baatota Mootii Waan Maraa Ti
Israa'el Baabilon Jalaa Baate
Cubbuu Israa'elii
Mootiin Waan Maraa Waaqi Isa Qofa
Waaqoti Dharaa Bu'aa Hin Qabanu
Mootiin Waan Maraa Kolbaa Israa'elii Hin Woda
Mootiin Waan Maraa Qiiros Mootii Godhe
Waaqota Worra Baabilonii
Jinnana Baabilonii
Israa'elii Mataa Jabaattu
Israa'el Bilisa Hin Baati
Tajaajilaa Mootii Waan Maraa
Deebitee Ijaaramiisa Yerusaalemii
Ajajamiisa Tajaajilaa Mootii Waan Maraa
Fayyinna Yerusaalemii
Muduunuu Mufii Waaqaa
Waaqi Yerusaalem Hin fayyisa
Tajaajilaa Rakkatu
Ulfinna Xiyoonii Ka Gara Duraa
Waaqi Worra Dheebote Waame
Waaqi Gosa Biyya Adda Addaa Gara Fayyinnaa Waame
Cubbuu Sooressitoota Israa'elii
Israa'el Waaqa Dharaa Waaqonfatte
Waaqi Kolbaa Qarqaariisaaf, Fayyisiisaafille Waadaa Gale
Laama Dhuga'aa
Cubbuu, Cubbuu Irraa Deebi'iisaa Fi Wodamiisa
Kolbaan Cubbuu Ifii Faaci'atte
Ulfinna Yerusaalemii Ka Gara Duraa
Oduu Gammadaa Ta Fayyinnaa
Xiyoon Maqaa Haareya Dhaggatte
Guyyaa Waaqi Itti Haluu Bayuu Fi Wodu
Leellisaa Fi Daadimata
Daadimata Mararti'ii Fi Qarqaarsa Dhaggatiisaaf Dhikaate
Mura'aa Fi Fayyisiisa Waaqaa
Ol-gubboota Haareya Fi Lafa Haareya
Goottaan Gosa Biyya Adda Addaa Mara Irratti Hin Mura